Wanti jalqabamee karaatti hafu akkam Fokkisaa.

Wanti xumurarra gahee ofiinif xumura .

Akkamitti?Sababa jalqabamee gara xumuraa jiruuf xumuramuutu irra jira dirqama yoo Abbaan xumuruu dadhabellee ofiin of xumura!

Akkamitti ofiin of xumuraa?

Xumureera ijaa jiruuf iddoo inni jiru sun isa xumursiisa sababiinsaa iddoon sun ,wanti sun hin barbaadama. Bu’a qabeessas waan ta’eef jaallattuu xumuramutu irra jira.

Maalidha Waanti Xumuramuun irra jiru kun ???

Deebii isaa Xumura irratti isiniif hima.!